Godina Jimmaatti duula Ashaaraa Magariisaan biqiltuun miiliyoonni 100 dhaabame
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa aanaalee 20 fi magaalota 2tti duula Ashaaraa Magariisaan biqiltuun miiliyoonni 100 dhaabame.
Sadarkaa Godina Jimmaatti Sagantaa…