Mootummaan rakkoolee Oomishaafi raabsa simintoo furuuf hojjetaa jira- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoolee Oomishaafi raabsa simintoo keessa turan furuuf hojjetaa jiraachuu Ittaanaan Aanaan Preezdaantii Mootummaa Naannoo…