Waqtii gannaa facaatiin dhibee Busaa dabaluu waan danda’uuf Uummatni of eeggannoo taasisu…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Waqtii gannaan walqabatee facaatiin dhibee Busaa dabaluu waan danda'uuf Uummatni of eeggannoo barbaachisaa taasisu akka qabu Biiroon Fayyaa Oromiyaa…