Magaalaa Dasseetti balaa ibiddaa mudateen miidhaan nama fi qabeenyaarra dhaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Dassee Kutaa Magaalaa Araadaa naannawaa Mugaad jedhamee beekamutti balaa ibiddaa mudateen qabeenyi hedduun manca’uu poolisiin…