Ispoortii Leenjisaa Wubatuu Abaataan taphattoota 5 hir’isan Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Leenjisaa Wubatuu Abaataa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa keessaa taphattoota 5 hir’isuun isaanii beekame. Gareen Kubbaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Kamisa dhufuu eegalee gara Cheenaayitiitti balallii eegaluufi Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Kamisa dhufuu eegalee gara Hindi magaalaa Cheenaayitiitti torbeen yeroo sadi balallii eegaluuf ta’uu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf yaaluun hin milkaa’u- Obbo Alamaayyoo Ximootiwoos Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Tattaaffiin Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf taasiifamu hin milkaa’u jedhan Itti gaaftaaman Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa Naannoo…
Idil Addunyaa Raashiyaa fi Yuukreen Turkitti akka mari’atan Preezidaantiin Turkii Reesiip Xaayip Eerdohaan… Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Preezidaantiin Turkii Reesiip Xaayip Eerdohaan Raashiyaa fi Yuukreen Turki Istaanbuulitti mariisiisuuf qophii ta’uu isaanii ibsan.…
Oduu biyya keessaa Buna konteenaraan saamsanii erguun milkaa’inni mul’ate midhaan zayitaa fi dheedhiirrattis dabalamuu… Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Buna konteenaraan saamsanii erguun milkaa’inni mul’ate midhaan zayitaa fi dheedhiirrattis dabalamuu akka qabu Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Warshaan Kookaa Kollaa Magaalaa Sabbatatti ijaarame eebbifame Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Warshaan Kookaa Kollaa Bulchiinsaa Magaalaa Sabbatatti ijaarame eebbifameera. Sirna eebbaa kanarratti Preezidaantiin Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Mariin Paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ irratti Xiyyeeffate Magaalaa Hararitti taa’amuu eegale Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Mariin Paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ irratti Xiyyeeffate Magaalaa Hararitti taa'amuu eegaleera. Mariin kun akka biyyaalessaatti Qopheessummaa…
Oduu biyya keessaa Godina Arsiitti Qonnaa bara kanaan lafti hektaarri kumni 600 misoomaa jira Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Qonna Ganna baranatiin Godina Arsiitti lafa hektaara kuma dhibba 6 misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Uncategorized Ogeeyyii miidiyaa dubartootaa angafoota ta’aniif beekamtiin kenname Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Waldaan Ogeeyyii Dubartootaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa bara miidiyaa dijitalaatti, hojiilee bal’aa kanneen hojjetaan fi bu’aa bayii baay’ee…
Oduu biyya keessaa Buqqaatoota magaalaa Samaraatti argaman kuma 8 oliif deeggarsi taasiifame Sifen Megersa May 31, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Buqqaatoota naannoo Afaar magaalaa Samaraatti argaman kuma 8 oliif deeggarsi namoomaa taasiifameera. Deeggarsicha Koreen Qaxxaamura…