Ityoophiyaan naannawaa misooma Qonnaaf mijataa ta’aniin badhaatuudha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan naannawaa misooma Qonnaaf mijataa ta'aniin badhaatuu waan taateef kuduraalee fi muduraalee kamiiyyuu oomishuu ni dandeenya jedhan Muummeen…