Fiigicha daandiirraa guyyaa borii gaggeeffamuun daandileen cufaman ifooman
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Fiigicha daandiirraa Kilabaa Ispoortii Bunaa Ityoophiyaan qophaa’ee guyyaa borii Finfinneetti gaggeeffamu nagaan akka xumuramuuf qaamoleen nageenyaa qophii…