Hoggansi ittigaafatamummaa uummataafi mootummaan itti laatame kutannoon ba’achuu qaba- Obbo Ordiin…
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Hoggansi ittigaafatamummaa uummataafi mootummaan itti laatame kutannoon ba’achuu akka qabu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin yaadachiisan.…