Oduu biyya keessaa Guyyaan Tuurizimii Naannoo Oromiyaatti Kabajamaa Jira Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sadarkaa naannoo Oromiyatti yeroo 18ffaaf magaalaa Hararitti kabajamaa jira. Guyyichi walta'iinsa Biiroo Aadaafi…
Oduu biyya keessaa Daandiin Aspaaltii magaalaa Alii baasii Birrii biiliyoona 2 oliin ijaarame xumurame Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) - Piroojektiin daandii aspaaltii konkiriitii riqicha Waabee magaalaa Alii baasii Birrii biiliyoona 2 oliin ijaarame xumuramuu ibsame. Daandichi…
Oduu biyya keessaa Haala hariiroo daldalaafi invastimantii Ityoophiyaafi Saa’ud Arabiyaa cimsuun danda’amu irratti… Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC)- Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa Dooktar Fahaad Alhuumaayidaanii waliin…
Idil Addunyaa Ameerikaafi Raashiyaan oomisha Niwukilaraa hir’isuuf marii eegaluufi Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC)- Ameerikaafi Raashiyaan oomisha meeshaalee niwukilaraa hir’isuuf marii eegaluuf ta’uu gabaafame. Dippiloomaatonni biyyoota lameenii dhimmicharratti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti mana barumsaa baasii Birrii miiliyoona 50 ijaaramuuf Kaardinaal… Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 13tti mana barumsaa baasii Birrii miiliyoona 50'n ijaaramuuf Kaardinaal Biraanayyasuus dhagaa…
Oduu biyya keessaa Waliigalticha hordofee hawaasni idil addunyaa deeggarsa taasiisuuf fedhii agarsiisaa jiru –… Sifen Megersa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Waliigalteen nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasiifame akka milkaa’u hawaasni idil addunyaa deeggarsa barbaachisu taasiisuuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuun Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Qonnaa fi Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Ityoophiyaatti bakka bu’aa dhaabbata qonnaa fi nyaataa Addunyaa Misiisi Faaraayi Ziimuudizii…
Ispoortii Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Baahir Daar gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Idil Addunyaa Baahir Daar gaggeeffamaa jira. Saganticharratti Ministira Ministeera…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Arbaan Ittaanaa Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan Ayana Dheressa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Ityoophiyaatti Ittaanaa Ambaasaaddara Jarman Heeyook Niitis shiik waliin mari’atan. Obbo Awwal…
Oduu biyya keessaa Daandiwwan ijaarsi isaanii sababoota garaagaraan adda citanii turan eegalaman Sifen Megersa Nov 9, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Daandiwwan ijaarsi isaanii sababoota garaagaraan adda citanii turan eegalamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise. Haaluma kanaan…