Godina Gujii Lixaatti Piroojektoonni 237 birrii biiliyoona 1.5tti hiiquun hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Ijaarsa siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Namarraa Buliin durfamu Godina Gujii Lixaa Aanaalee Qarcaa fi Birbirsa…