Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Riizoortii Halaalaa Keellaa Eebbisiisan Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Riizoortiin Halaalaa keellaa eebbisiisan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pirojektii 'Maaddii Biyyaaf' eegalchiisan…
Biiznasii Ji’oota 9’tti galiin Birrii biiliyoona 324 ol walitti qabame Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Ji’oota saglan darbanitti gibiraa fi taaksii biyya keessaa fi alaa irraa Birrii biiliyoona 324 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba ‘Dhaloota Ida’amuu’ Dirree Dhawaatti… Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba Dhaloota Ida’amuu Dirree Dhawaatti gaggeeffamaa jira Waltajjicharratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirree…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii barsiisotaa sadarkaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti waltajjiin marii barsiisotaa mata duree "Manneen barnootaa barnootaaf, barsiisonni barsiisuuf" jedhuun gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan saglan darban oomisha bakka bu’an oomishuun Doolaara miiliyoona 129 baraaruun… Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglan darban oomisha bakka bu'an oomishuun Doolaara miiliyoona 129 baraaruun akka danda'ame Koorporeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Qamadii Alatti erguutti kan ceeneef sirnaan karoorsinee cimnee waan hojjanneefi-Pir. Shimallis… Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Qamadii Alaa galchuurraa Alatti erguutti kan ceeneef, qabeenya qabnurratti sirnaan karoorsinee cimnee waan hojjanneefi jedhan Pireezidaantiin Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Gaaffilee hojjettoota deebisuuf mootummaan tattaaffii taasisaa jira-Ministeericha Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Gaaffilee hojjettoota sadarkaan deebisuuf mootummaan Konfedereshinii waldaalee Hojjettoota Ityoophiyaa waliin ta'uun mari'achaa jiraachuu Ministeerri Hojii…
Oduu biyya keessaa Guyyaatti buddeena kuma 288 kan oomishu Giddugalli Buddeenaa Lammii eebbifame Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Guyyaatti buddeena kuma 288 kan tolchu Giddugalli Buddeenaa Lammii eebbifameera. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kantiibota…
Oduu biyya keessaa Kantibaawwan 200 ol piroojektoota agarsiiftuu milkaa’inaa magaalichatti hojjetaman daawwatan Sifen Megersa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Kantibaawwan magaaloota Ityoophiyaa 200 caalaan piroojektoota agarsiiftuu milkaa'inaa magaalaa Finfinneetti hojjetaman daawwataniiru. Magaaloota…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti guyyaa boruu hiriirri gaggeeffamu hin jiru – Poolisii magaalaa Finfinnee Sifen Megersa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa hojjettootaa sababeeffachuun hiriirri gaggeeffamu kan hin jirre ta'uu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera. Waltajjiis…