Oduu biyya keessaa Lammiileen 786 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessaa turan 786 gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiileen kunneen balallii marsaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaan galma qabame haala milkeessuun jalqabbii gaarirra jira… Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Piroojektii ‘Caakkaa’ keessatti biqiltuu Appilii dhaabaniiru. Hojiin dhaabbii…
Ispoortii Ingilaand tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte Sifen Megersa Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC) - Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Awurooppaa halka kana taphatameen Ingilaand, Neezarlaand injifachuun tapha xumuraa dabarte. Ingilaand galchii 2 fi 1n…
Oduu biyya keessaa Garee Shaneen barattoonni ugguramanii turan gadi lakkisiifamaniiru-BKO Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Tibba darbe Garee Shororkeessaa Shaneen barattoonni ugguramanii turan oppireeshinii mootummaan taasiseen gadi lakkisiifamuu Biiroon Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Riqaalee sibiilaa fi haadarraa ijaaraman 12 tajaajilaaf qophaa’aa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti riqaalee rarra’aa 28 hojjetamuuf karoorfaman keessaa riqaalee 12 tajaajilaaf qopheessaa jiraachuu Biiroon Daandiiwwanii fi…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti duulli guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 30 dhaabuu dubartootaan gaggeeffame Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Guyyaa har’aa Sadarkaa Oromiyatti duulli guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 30 dhaabuu godinaalee fi magaalota garagaraatti gaggeemeera. Biiroon…
Oduu biyya keessaa Bara omisha 2016 Bunni kuntaalli miiliyoona 11.8 sassaabameera-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)-Bara oomishaa 2016 bunni kuntaalli miiliyoona 11.8 sassaabamuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan. Pireezidaanti…
Biiznasii Gurgurtaa qinxaaboo boba’arratti sirreeffamni taasifame Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Ministeerichi ibsaa FBC’f…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gama hundaan yeroo of eeggannoon barbaachisurratti argamti-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhimmoota hundagaleessaan yeroo of eeggannoon barbaachisurratti argamti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa FBC’n badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa fi haamileedha-Obbo Admaasuu Daamxoo Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi koorporeet badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa ta’uu fi kan haamilchiisuudha jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa FBC…