Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)-Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 3ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kuma 1 fi 172 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)-Lammiilee Itiyoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kuma 1 fi 172 har’a gara biyyaatti deebi'an. Guyyaa Har'aa lammiilee deebi'an…
Ispoortii Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaarratti hirmaatuuf gaggeessan taasifame Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifame. Shaampiyoonicharratti Itiyoophiyaan dubartoota 34…
Oduu biyya keessaa Misooma bunaa babal’isuu irratti dilbii jiru duguuganii hojiitti hiikuuf kuttannoo olaanaa… Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Misooma bunaa babal'isuu irratti sochii cimaan jiraatus, dilbii jiru duguuganii hojiitti hiikuuf kuttannoo olaanaa gaafata jedhan Pireezidantiin…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama tarkaanfachiisuun riifoormii dhaabbatummaa saffisaaf gahee olaanaa qaba-F/M Birhaanuu… Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Akkuma kutannoon kaane jijjiirama tarkaanfachiisuun riifoormii dhaabbatummaa saffisaaf gahee olaanaa qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa MMI Obbo Tamasgeen Xurunaan Asoosaa galan Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiilee misoomaa daawwachuuf Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaa galaniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa DhMG Deenis Firaansiis waliin mari’atan Tsehay Guluma Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Deenis…
Oduu biyya keessaa Eeyyamni manneen barnootaa 41 haqame Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Eeyyamni manneen barnootaa 41 haqamuu Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullina Leenjii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Abbaan taayitichaa bara…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Booranaatti Giddu-Gala Horsiisa Loon Sanyii Booranaa… Sifen Megersa Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Booranaatti Giddu-Gala Horsiisa Loon Sanyii Booranaa Diida Xuyyuuraa…
Biiznasii Gabaan omishaalee Itiyoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 23’tti tilmaamaman walbichisiisuun… Debela Tadesse Jun 17, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Bara baajataa 2016 baatiiwwan 11’n darbanitti Gabaan Omishaalee Itiyoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 23’tti tilmaamaman walbichisiisuu beeksise.…