Maayinaamaaritti Kirkira lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 2 caale
Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Maayinaamaaritti Kirkira lafaa Reektar Iskeelii 7.7 mudateen lakkoofsi namoota du'anii kuma 2 caaluu gabaafame.
Hanga ammaatti namoonni kumni 2 fi…