Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattootaa milkaa’inaan akka kabajamuuf qophiin gahaan taasifame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018 (FMC)- Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan milkaa’inaan akka kabajamuuf qophiin gahaan taasifameera jedhen Manni Maree Federeeshinii…