Eebbifamuun Hidha Haaromsaa mallattoo bayyanannaa Itiyoophiyaati – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Eebbifamuun Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa mallattoo bayyanannaa Itiyoophiyaati jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaan.…