Hidhi Haaromsaa xumuramuun injifannoo guddaa Afrikaanota si’oomseedha – Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Hidhi Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumuramuun injifannoo guddaa Afrikaanota si’oomseedha jedhe Ministeera Dhimma Alaa.
Dubbii Himaan Ministeera…