Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari’atan Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari'atan. Dooktar Abiy Ahimad, marii tibbana kutaalee hawaasaa garagaraa waliin…
Idil Addunyaa Ameerikaan walittibu’iinsa kana keessa yoo seente haala hammaataatu uumama – Iraan Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) – Ameerikaan walitti bu’iinsa Israa’elii fi Iraan keessa harka galchinaan haalli ulfaataan uumamuu dand’a jedhan Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas…
Oduu biyya keessaa Poolisiin humna yakka ga’umsaan ittisuun ergama isaa ba’chuu isa dandeessisu horateera- Pirezidaanti… Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017(FMC) - Poolisiin Itiyoophiyaa humna namaa fi tekinooloojii ammayyaa ergama yakka ittisuun nageenya waaraa uummataa fi biyyaa eegsisuu ga’umsaan ba’achuuf isa…
Oduu biyya keessaa Imala Qaama miidhamtummaan hin daangeessine Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2017 (FMC)_ Qaama Midhamtummaan na mudate abdii Murannoo osoo hintaane Cimina na horachiise jedhe Barataan Yuunivarsiiti Jimmaarra eebbifame. Jiraataan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Faalama naannawaa ittisuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Faalama naannawaa ittisuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba jedhan Daayiektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Injiinar Leelisee Nameen.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Sagantaan eegalchiisa Tajaajila Lammummaa gaggeeffame Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Sagantaan eegalchiisa hojii Tajaajila lammummaa Naannoo Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti eegaleera. Mootummaan waggoottan jijjiiramaa keessatti…
Oduu biyya keessaa Boordichi Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessaniif lafa Invastimanti… Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa kuma 3 fi 781 ol ta'an Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessisaniif lafa Invastimantii…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan sagantaa idilee fi idileen alaan barsiisaa ture kuma 1 ol marsaa 7ffaaf eebbisiisaa jira.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiwwan garaagaraa barattoota eebbisisan Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )- Yuunivarsiitiin Haramaayaa fi Arsii barattoota gosa barnootaa gargaraan barsiisaa ture eebbisisaniiru. Yuunivarsitiin Haramaayaa Marsaa 70ffaaf…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Dambii Dolloo Barattoota Muummee Barnootaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisise Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2017_Yuunivarsiitiin Dambii Dolloo Barattoota Muummee Barnootaa garaagaraan barsiisa ture Kuma 2 ol eebbisiseera. Yuunivarsiitichi Barattoota Digirii…