Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota 998 eebbisise
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )-Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture 998 guyyaa har’aa eebbisiseera.
Sirna…