Biiznasii Godinichatti galiin karoorfame % 83 ol walitti qabame Yonatan Birhanu Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Waajjirri Galii Godina Arsii galii bara kana walitti qabuuf karoorfadhe keessaa %83 kan caalu walitti qabeera jedhe. Waajjirichi bara kana galii…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii jalqabaa gara Hayidiraabaadiitti taasise Sifen Megersa Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii jalqabaa Finfinnee gara Hindi Hayidiraabaadiitti taasise. Daandichi torbeen guyyaa sadi balallii Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Hojiileen tajaajila lammummaa misooma waloorratti xiyyeeffatu Tsehay Guluma Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) - Hojiileen Tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaatti raawwatamaaa jiran misooma waloorratti kan xiyyeefataniidha jedhe Biiroon maallaqaa Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen dhimmoota lama irratti murtoo dabarse Tsehay Guluma Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee har’a gaggeeseeen dhimmoota lama irratti mari’achun murtoo dabarseera. Manni Marichaa qabeenya…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Guddichi kan Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane qabeenya biyyoota naannawichaati-… Ayana Dheressa Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Hidhi Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa kan Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane qabeenya biyyoota naannawichaati jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Godaambaan Masaraa Biyyaalessaa uummataaf baname Ayana Dheressa Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Haaromsarra kan ture godaambaan Masaraa Biyyaalessaa guyyaa har'aa irraa eegalee uummataaf banameera. Masaraan mootummaa kun konkolaattota duriifi…
Ispoortii Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti gaggeeffamaa jira. Sagantichi bakka…
Oduu biyya keessaa Galii hafe duguuganii sassaabuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha- Aadde Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Bara baajataa 2017’tti galii osoo hin sassaabamiin hafe karaa haqa qabeessaa ta’een sassaabuuf qaamoleen qooda fudhattootaa qindoominaan hojjechuu akka…
Ispoortii Taphni Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan har’a eegala Sifen Megersa Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Taphni Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan har'a magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti eegala. Taphni guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin aartii yeroo rakkootti bu’aa biyyaalessaa dursuu qabu- Minstira Muummee Dooktar Abiy… Yonatan Birhanu Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 9፣ 2017 (FMC) – Yeroo rakkootti bu’aa dhuunfaa caalaa ogeeyyiin aartii bu’aa biyyaalessaaf hirmaatan maqaan isaanii ashaaraa warqeen barreeffamee jiraata jedhan…