Guddina gama maraa fiduuf dameen bulchiinsaafi tajaajila mootummaa gahee olaanaa qaba- Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Guddina gama maraa fiduufi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuuf dameen bulchiinsaafi tajaajila mootummaa gahee olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee…