Loon aannanii babal’isuuf Raaddeen qofti akka dhalatan hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Oromiyaatti Loon Aannan fooyyaa’aa kennan baay’isuuf bal’inaan hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.
Yeroo ammaa oomishaa fi oomishtummaa…