Dhaloonni ammaa aadaa keenya cimsuun dhaloota dhufuuf dabarsuu qaba- Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017 (FMC) – Dhaloonni ammaa aadaa keenya cimsuun dhaloota dhufuuf dabarsuu qaba jechuun Abbaan gadaa duraanii Booranaa Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo dhaaman.…