Ispoortii Dorgommiin Biskileetii Magaalaa Yaaballootti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Dorgommii Biskileetii Tuurii Gadaa marsaa 8ffaan walharkaa Fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa haaromsan boodaa 72ffaa sababeefachuun magaalaa…
Teeknooloojii Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa dhugoomsuuf ce’umsi Diijitaalaa murteessadha – Dooktar Ballaxaa… Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa dhugoomsuuf ce’umsi Diijitaalaa murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Alamuu Simeen Godina Arsiitti Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Amantaa waliin sagantaa Afxiraa… Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Amantaa aanaa Martii fi magaalaa Angaadaa waliin…
Oduu biyya keessaa Koreen Istiriingii galmoota misooma waaraa walga’ii taa’e Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Koreen Istiriingii galmoota misooma waaraa walga'ii taa'uu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise. Walga'icha Itiyoophiyaatti Qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa Pireezidaantii Angoolarraa ergameef fudhatan Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa Pireezidaantii Angoolaa fi dura taa'aa yeroo Gamtaa Afrikaa Zyaawoo Looreensoorraa ergameef…
Oduu biyya keessaa Yakkoota fi alseerummaa damee kenninsa tajaajila geejjibaan jiru xiqqeessuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Yakkoota fi alseerummaa damee kenninsa tajaajila geejjibaan jiru xiqqeessuuf hojjetamaa jira, akka Ejemsiin Geejjiba Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa giddu gala ce’umsa baadiyyaa keessatti hojii misoomarratti akka… Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Abbootiin qabeenyaa giddu gala ce'umsa baadiyyaa keessatti hojii misoomarratti akka bobba'an Koorporeeshinin misooma Paarkiwwan Indaastirii Oromiyaa…
Ispoortii Dorgomtoonni Biskileetii Magaalaa Finfinnee irra ka’an Yaaballootti simataman Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Dorgomtoonni Biskileetii Kaleessa Magaalaa Finfinnee Yaadannoo injifannoo Adwaa irraa ka'aniif Magaalaa Yaaballootti simannaan taasifamaafi jiraachuun…
Oduu biyya keessaa Uummanni Dinagdeen Cimuu qaba – Abbaa Gadaa Guyyoo Boruu Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Uummanni Dinagdeen Cimuu akka qabu Abbaan Gadaa Booranaa 72ffaan Guyyoo Boruun ibsan. Uummanni Aadaa hojii jabeessuu akka qabuus hubachiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Buufatnii fi Terminaalli Qaallittii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona10 oliin ijaaramuufi Ayana Dheressa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Ijaarsa buufataa fi terminaala Qaallittii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona 10 oliin ijaaramuuf waliigalteen mallattaa’e. Tajaajilli Geejjiba…