Oduu biyya keessaa Dhaloonni Faaya Aadaa isaa beekuun itti fayyadamuu qaba jedhame Ayana Dheressa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Wal harkaa fuudhiinsa baallii Gadaa Booranaa Marsaa 72ffaa sababeeffachuun agarsiisni Aadaa Aanaa Areerootti gaggeeffama jira. Namoonni…
Oduu biyya keessaa Indaastiriin Injinariingii Raayyaa Ittisaa hawaasa indaastirii haaraa uumaa jira jedhame Ayana Dheressa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Indaastiriin Injinariingii Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa, hawaasni indaastirii haaraan uumamaa akka jiru agarsiistuu ta’uu Itaamaajoor Shuumiin…
Idil Addunyaa Ameerikaan waljijjiirraa odeeffannoo nageenyaa Yuukireen waliin qabdu adda kutte Ayana Dheressa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)-Ameerikaan waljijjiirraa odeeffannoo nageenyaa Yuukireen waliin qabaachaa turte adda kutuu beeksifte. Waashingitaniifi Keeyiv waraanni Raashiyaafi…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni 287 keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC)– Godaantoonni seeraan alaa 287 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiileen 287 faddaaltoota seeraan alaan gowwoonfamanii gara Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Teeleekoom carraa Badhaasawwan garaagaraa argamsiisan baase Sifen Megersa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoom Konkolaataa Elektirikaan socho’u dabalatee carraa Badhaasawwan garaagaraa maamiltootaaf argamsiisan baaseera. Guyyaa hundeeffama…
Oduu biyya keessaa Bara Gadaa kiyyaatti misoomaafi nageenyi hawaasaa akka mirkaanaa’uuf dursa kenneen hojjedha-… Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa ta’uuf kan jiran Guyyoo Boruu bara Gadaa kiyyaatti misoomnii fi nageenyi hawaasaa akka mirkaanaa'uuf dursa kenneen…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan biiliyoona 5.5 ol qophaa’aa jiru- BQO Tsehay Guluma Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara 2017’f biqiltuuwwan gosa adda adda biiliyoona 5 fi miiliyoona 500 qopheessuuf hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaafi hoggantoonni olaanoon Godina Wallagga Bahaatti hojiiwwan misoomaa… Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa fi hoggantoonni olaanoo biroon Godina Wallagga Bahaatti hojiiwwan misoomaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Meeshaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba- Obbo… Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Meeshaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa…
Idil Addunyaa Yuukreen gara marii nageenyaatti dhufuuf qophiii ta’uu Pireezidaanti Doonaald Tiraampi ibsan Ayana Dheressa Mar 5, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, Yuukreen gara marii nageenyaatti dhufuuf qophii ta’uu Xaalayaan ibsu kan Pireezidaantii biyyattii…