Lammiilee hedduun gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti ce’aniiru- Ministeericha
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC)- Hojii lammiilee sarara hiyyummaan gadii keessaa baasuuf hojjetameen lammiilee hedduun gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti ce’aniiru jedhe Ministeerri…