Anniisaan Niwukilaraa imala hundagaleessa Badhaadhinaa kan deeggaruudha- Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2018 (FMC)- Anniisaan Niwukilaraa imala hundagaleessa badhaadhina Itiyoophiyaa kan deeggaruudha jedhan Hogganaan Damee Hariiroo Uummataa fi Idil Addunyaa Paartii…