Gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’an keessaa muraasa,
👉Walitti bu’iinsa iddoolee tokko tokkotti mul’atuun dararaa ummatarra gahaa jiru hambisuuf maaltu hojjetamaa jira?
👉Garee ABUT waliigaltee Nageenyaa Piriitooriyaa cinaatti dhiisuun…