Oduu biyya keessaa Fooramiin Xaanaa 11ffaan xumurame Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan mata duree 'Afrikaa sirna jijjiiramaa addunyaa waliin' jedhuun Bahir Daarii fi Finfinneetti taa'amaa ture xumurameera.…
Ispoortii Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Vaaleensiiyaa injifate Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii har'a Vaaleensiiyaatti dorgomame injifate. Atileet Yoomiif Qajeelchaan fageenyicha…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Sirxii kabajame Tsehay Guluma Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Jiddaatti Irreechi Malkaa Sirxii haala duudhaa fi aadaa isaa eegeen kabajameera. Ayyaanni Irreecha Malkaa Sirxiis bifa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Manneen Harka qalleeyyiif ijaarsise dabarsee kenne Tsehay Guluma Oct 26, 2025 0 Finfinnee, onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa manneen harka qalleeyyiif tajaajila tola ooltummaa gannaan Magaalaa Hararitti baasii Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waloo paartiilee siyaasaa Naannoo Amaaraa waltajjii marii magaalaa Baahir Daaritti… Tsehay Guluma Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Manni Maree Waloo paartiilee siyaasaa Naannoo Amaaraa waltajjii marii magaalaa baaguirdaaritti gaggeessaa jira Waltajjicharratti Pirezidaantii…
Oduu biyya keessaa Doqdoqqee dhiquurraa gara Konkolaataa fichiisisuutti……….. Tsehay Guluma Oct 26, 2025 0 Finfinnee, onkolooleessa 16, 2018 (FMC) - Dargaggoo Saadam Abdaa jedhama Godina Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti dhalate. Dargaggoon kun hojii tajaajila dhiqaa doqdoqqeetiin kaffaltii…
Ispoortii Taphni har’a Arsenaal Kiristaal Paalaas, Astoon Viilaan ammoo Maanchiister Siitii… Tsehay Guluma Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan taphni har'a Arsenaal Kiristaal Paalaas, Astoon Viilaan ammoo Maanchiister Siitii keessummeessan ni…
Oduu biyya keessaa Awaash Fantaalleetti kirkirri lafaa mudate Tsehay Guluma Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) - Naannawaa Awaash Fantaalleetti kirkirri lafaa reektar Iskeelii 4.8 mudateera jedhe Yuunivarsiitiin Finfinnee. Har’a ganama…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid 4 – 2 Biraayitan Sifen Megersa Oct 25, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Biraayitan injifate. Maanchiister Yuunaayitiid galchii 4 fi 2'n…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa itti aanuun misoomni avokaadoo xiyyeeffannaan hojjetama – Addisuu… Yonatan Birhanu Oct 25, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC) - Sagantaa Ashaaraa Magariisaa itti aanuun hojii misooma avokaadoof xiyyeeffannaan kennamee hojjetama jedhan Ministirri Qonnaa Addisuu Araggaa…