Oduu biyya keessaa Damee Tuurizimii Waggoota Shanan Darban keessa… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Waggoota shanan darban keessatti dameen turizimii Itiyoophiyaa milkaa’ina baay'inaa fi gosaan galmeessuun, sochii idilee irraa gara maddoota galii…
Oduu biyya keessaa Tajaajilii giddugala tokkoo masoob naannoo hundaattii egalamee jira – Dooktar Makuriyaa… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC) - Tajaajilii giddugala tokkoo masoob naannoo hundaattii egalamee jira jedhan Komiishineerri Komiishinii Siivil Sarvisii Federaalaa - Dooktar Makuriyaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni hojii mana marichaa kan argame tattaaffii hojjettoota hundaani- Obbo Taaggasaa Caafoo Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Waggoottan shanan darban keessa hojiileen Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa kan milkaa’an tattaaffii hojjettoota hundaani jedhan Af-Yaa’iin mana marichaa…
Ispoortii Piriimer Liigii Inigilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Inigilaand torbee 3ffaan har’a taphoonni 7 ni taphatamu. Galgala sa’aatii 11:00 irraa eegalee Maanchistar Siitiifi Koovantirii…
Biiznasii Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona 51 ol to’ataman Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Torban tokko keessatti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona 51 fi kuma 500 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Afrikaa muuxannoo Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa qooddachuu qabu- Gamtaa… Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Biyyoonni Afrikaa hojiilee ittisa jijjiirama qabeenya qilleensaa irratti muuxannoo Itiyoophiyaa qooddachuu qabu jedhan Gamtaa Afrikaatti Daayrektarri…
Ispoortii Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii Diiyaamandi Liigii Biraasalsitti dorgomame injifatan Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018( FMC)- Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii Diiyaamandi Liigii Beeljiyeem magaalaa Biraasalsitti dorgomame injifataniiru. Dorgommii Diiyaamandi Liigii meetira…
Oduu biyya keessaa Abdii dhugoome Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan waggoota shanan darban hojiilee misoomaan seenaa haaraa galmeessisteetti. Fooyya’iinsi imaammataa biyyattiin gaggeessite dandeettii…
Oduu biyya keessaa Humni walichaa karoora eegumsa ayyaanoota yeroo itti aanaanii kabajamanii gamaaggame Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Humni waloo Nageenyaa fi Tasgabbii gamaaggama karoora eegumsa ayyaanoota yeroo itti aanaan kabajamanii gaggeessuun kallattii kaa’eera. Sagantaa kabaja…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa Firaanki Gaarshiiyaa waliin mari’ataniiru.…