Ispoortii Maanchiister Siitiin Waancaa Kaaraabaa’oo injifate Sifen Megersa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitiin Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Kaaraabaa'oo ta'eera. Siitiin galchii 2 fi 0'n Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Loojiin Nii’iin Lee Palm hawaasa naannawichaaf carraa hojii bal’aa uume- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Loojiin Nii’iin Lee Palm hawaasa naannawichaaf carraa hojii bal’aa kan uumedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa barattoota kuma 1 fi 688 eebbisiise Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa barattoota kuma 1 fi 688 eebbisiiseera. Sagantaa eebbaa kanarratti Af-yaa’iin Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirre…
Oduu biyya keessaa Ergaa Waajjira Ministira Muummee Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Loojiin Nii’iin Lee Palm jannata lafarraa; hunda hammataa! Yaadama Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi qaama pirojektii ‘ Maaddiin Dhalootaaf” kan ta’e Loojiin Nii’iin Lee Palm, ragaa…
Oduu biyya keessaa Waldaalee Hojii Gamtaa cimsuun rakkoolee hawaas-diinagdee furuufi gabaa tasgabbeessuuf… Sifen Megersa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Waldaalee Hojii Gamtaa cimsuu fi ammayyeessuun rakkoolee hawaas-diinagdee furuufi gabaa tasgabbeessuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhe Ejensiin…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonni Baahir Daaritti ijaaramaa jiran guddina diinagdee keenyaaf faayidaa olaanaa qabu- Obbo… Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Pirojektoonni Baahir Daaritti ijaaramaa jiran guddina diinagdee keenyaaf faayidaa olaanaa qabaatu jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen…
Idil Addunyaa Kuwaataaritti helekooptarri waraanaa kufuun lubbuun namoota 7 darbe Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Kuwaataaritti helekooptarri waraanaa kufuun lubbuun namoota 7 darbeera. Helekoooptarri kun hojii idileerra osoo jiruu rakkoo teekinikaan kufuu…
Oduu biyya keessaa Barattuu qabxii A+ 51 fi waancaa lamaan badhaafamte Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Maqdalaa Ambaa guyyaa har’aa mooraa Giimbaafi Makaanasalaam irraa barattoota 698 eebbisiiseera. Barattoota Yuunivarsiitichi…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiiwwan Hawaasaa fi Haramayyaa Barattoota Damee Fayyaatiin Leenjisaa Turan Eebbisiisan Yonatan Birhanu Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Hawaasaa fi Yuunivarsiitiin Haramayyaa barattoota damee fayyaatiin leenjisaa turan har'a eebbisiisaniiru. Koollejiin Saayinsii Yaala…
Ispoortii Dubartoonni ogummaan jiraatu; ofitti amanamummaan hojjetu; ni danda’us – Kantiibaa Adaanech… Yonatan Birhanu Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abbeebbee, har’a ganama fiigicha daandii irraa kiiloomeetira 5 dubartoonni 16,000 irratti hirmaatan…