Sirna dhiheessii boba’a idileetti haga deebinutti boba’aa qusannaan fayyadamuu qabna-…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) – Sirna dhiheessii boba'a idileetti haga deebinutti boba'aa qusannaan fayyadamuu qabna jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.…