Ispoortii Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa injifate Ayana Dheressa Apr 10, 2026 0 Finfinnee, Ebla 2, 2018( FMC)- Tapha CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa galchii 2 fi 1’n injifateera. Tapha sa’aatii 9:00 irraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Boordichi paartilee siyaasaa naannolee waliin mari’ate Ayana Dheressa Apr 10, 2026 0 Finfinnee, Ebla 2, 2018 (FMC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessaa hoggantoota paartilee siyaasaafi naannolee waliin mari’ateera. Marichaan rakkoolee adeemsa filannoon dura paartilee siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan yaadannoo fannoo Yesuus Kiristoos Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Itiyoophiyaa biratti… Ayana Dheressa Apr 10, 2026 0 Finfinnee Ebla 2, 2018(FMC)- Guyyaan yaadannoo fannoo Yesuus Kiristoos Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Itiyoophiyaa biratti kabajamaa jira. Amantoonni Waldaa Kiristaanaa Warra…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fannoo Mana Amantaa Kiristanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaatti kabajamaa jira Ayana Dheressa Apr 10, 2026 0 Finfinnee, Ebla 2, 2018( FMC)- Ayyaanni Fannoo Mana Amantaa Kiristanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaatti kabajamaa jira. Kabaja ayyaanaa kanarratti kutaaleen Kitaaba Qulqulluu…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fannoo Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Itiyoophiyaatti kabajamaa jira Ayana Dheressa Apr 10, 2026 0 Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Ayyaanni Fannoo Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Itiyoophiyaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaanichi bakka Hangafni Phaaphaasii Mana…
Oduu biyya keessaa Pirezidaantiin Burundii Ivaariist Nidiiyaashiimiyyeen daawwannaa Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun… Ayana Dheressa Apr 10, 2026 0 Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Pirezidaantiin Burundii Ivaariist Nidiiyaashiimiyyeec daawwannaa Itiyoophiyaatti guyyoota 2’f taasisan xumuruun gara biyyaa deebi’an. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan damee anniisaa haaromfamaan hojii guddaa hojjechaa jirti- Dooktar Geediwoon… Ayana Dheressa Apr 10, 2026 0 Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan damee anniisaa haaromfamaan hojii guddaa hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediwoon Xiimootiwoos. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Duree Burundii waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 10, 2026 0 Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Duree Burundii Anjaliin Nidiyaayishiimiiyyee waliin mari’ataniiru. Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ergaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Fannoo… Sifen Megersa Apr 10, 2026 0 Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Har'a Ayyaanni Fannoo sirnoota adda addaan kabajamee oola. Har'i torbee dhukkubbii guyyaa 5ffaadha. Guyyaa Iyyasuus Kiristoos Addaamii fi Ijoollee isaaf…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Buruundii Evaariisti Nideeshiimiiyyeen waliin marii bu’aa qabeessa taasiifne… Sifen Megersa Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Ebla 1, 2018(FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Rippaabliika Buruundii Evaariisti Nideeshiimiiyyeen waliin marii bu'aa qqbeessa taasifne jedhan.…