Ispoortii Arsenaal Boornimaawuuziin injifatame Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Boornimaawuuziin injifatameera. Boornimaawuuz galchii 2 fi 1'n Arsenaal…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanichi kan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree hordoftoota amantaa Kiristaanaa Warra wangeelaa ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) –Manni Maree hordoftoota amantaa Kiristaanaa Warra wangeelaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Pireezidaantiin mana…
Oduu biyya keessaa Hangafti Phaaphaasootaa Maana Amantaa Kiristaanaa Kaatolikii Kaardinaal Birhaane Iyyasuus ergaa baga… Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) –Hangafti Phaaphaasotaa Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatolikii Kaardinaal Birhaane Iyyasuus ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Paatiriyaarikiin mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Qulqulluu Abunee Maatiyaas ergaa baga geessanii… Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Qulqulluu Abunee Maatiyaas ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Wayita…
Ispoortii Har”a morkiin Arsenaal Boornimaawuuz waliin taasisu akkaan eegama Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaan morkiin Arsenaal Boornimaawuuz akkasuma Cheelsiin Maanchiister Siitii waliin taasisan akkaan eegama. Har'a…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Hordoftoota Amantaa Kiristaanaaf erga baga geessanii… Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018 (FMC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa hordoftoota amantaa Kiristaana maraaf ergaa baga geessanni dabarseera. Dhaabbatichi ergaa dabarseen, hordoftoota…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyaana Du’aa ka’uu Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Yaadannoo Du’aa ka’uu Iyyeesuus Kiristoos sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanech Abeebeen kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif mana jireenyaa dabarsan Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif mana jireenyaa dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizzimi waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizzimii Dooktar Joorji Iloombiin waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…