Ispoortii Buna Itiyoophiyaa 1 – 1 Shaggar Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan morkiin Buna Itiyoophiyaa fi Magaalaa Shaggar gidduutti gaggeeffame qixaan xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Dooktar Umar Huseen xalaayaa muudamaa isaanii Pirezidaantii Paakistaaniif dhiyeessan Ayana Dheressa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Rippaabiliika Islaamummaa Paakistaanitti Ergamaan Addaafi Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Umar Huseen xalayaa muudamaa isaanii Pirezidaantii…
Oduu biyya keessaa Daandii Qilleensaa waggaan imaltoota miiliyoona 20 ol imalchiisaa jiru… Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaan imaltoota miiliyoona 20 ol imalchiisaa jira jedhan hojii raawwachiisaan dhaabbatichaa obbo Masfin Xaasew.…
Biiznasii Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiikaaf meeshaaleen bu’uuraa gahaan dhiyaachaa jiru- Biiricha Ayana Dheressa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiikaaf meeshaaleen bu’uuraa gahaan dhiyaachaa jiru jedhe Biiroon Daldalaa Naannichaa. Biirichatti Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii… Ayana Dheressa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru. Aadde…
Idil Addunyaa Waliigaltee dhukaasa dhaabuu addunyaa afuura baafachiise… Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Ameerikaa fi Iraan waliigaltee dhukaasa dhaabuu torbee 2 taasisuuf waliigaluu hordofee biyyoonni garaagaraa gammachuu isaanii ibsachaa jiru. Waraanni…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a falmiin PSGn Liiverpuul waliin taasisu ni eegama Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a PSGn Liiverpuul waliin taasisu ni eegama. Tapha mo’anii darbuun Cheeslii dhaqaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad muudama Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradee waggaa tokkoof dheeressan Ayana Dheressa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Dooktar Abiy Ahimad Eebla 1, 2018 irraa eegaluun muudama Pirezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradee waggaa…
Idil Addunyaa Iraaniifi Ameerikaan torban lamaaf dhukaasa dhaabuuf waliigalan Yonatan Birhanu Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30,2018(FMC)- Pireezidanțiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhukaasa dhaabuu torbanoota lamaaf turu labsuu hordofee , Iraan Ulaa Hormuz banuuf walii galteetti. Akka…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaalii fi Baayerni Muunik milkaa’an Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2018 (FMC) - Taphoota Nuusa xumuraa Shaamiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaalii fi Baayerni Muunik morkattoota isaanii injifataniiru. Morkiin kilaboota jajjaboo…