Oduu biyya keessaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaaf qophii naannolee… Ayana Dheressa Jun 18, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018(FMC)- Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 gaggeessuuf qophii gahaan taasifameera jedhan Biiroon Barnootaa naannolee Oromiyaafi Beenishaangul Gumuz.…
Oduu biyya keessaa Karoora guyyoota 90 itti aananii baafachuun gara hojiitti galle – Kaantiibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Filannoon booda karoora jiraattoota magaalaa keenyaa fayyadamoo taasisu kan guyyoota 90 baafachuun hojii qabatamaatti galleerra jedhan Kaantiibaan…
Oduu biyya keessaa Naannolee filannoo 86 irratti komii dhiyaataniif murtoon kenname – Boordicha Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Naannolee filannoo 86 irratti komii dhiyaataniif murtoon kenname jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa. Naannolee filannoo 129 irratti…
Oduu biyya keessaa Bu’aan sagalee naannolee filannoo 723 ragga’uun gara kuusaa odeeffannoo galaa jiru – Boordicha Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Bu’aan sagalee naannolee filannoo 723 ragga’uun gara kuusaa odeeffannoo galaa jiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa. Yeroo ammaa…
Oduu biyya keessaa Faayidaalee ashaaraa magariisaa… Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Akkuma injifannoo lola Adwaa fi ijaarsa Piroojektii Hidha Haaromsaa, sagantaan Ashaaraa Magariisaas sosochii Itiyoophiyaanoota tokkummeessedha.…
Idil Addunyaa Ulaan Hoormuuz guyyoota lama keessatti guutummaatti ni banama – Pireezidaanti Tiraampi Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Ulaan Hoormuuz boru yookaa Iftaan guutummaatti ni banama jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi. Ameerikaa fi Iraan waliigaltee waraana…
Ispoortii Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesse Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Lammiin Poorchugaal taphataan sarara gidduu Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesseera. Waggoottaan darban Maanchister Siitii keessatti…
Teeknooloojii Giddugalli Chaarjessaa yeroo tokkotti konkolaattota 24’f humna guutuu danda’u hojii eegale Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa Giddugala Chaarjessaa yeroo tokkotti konkolaattota 24’f humna guutuu danda’u Magaalaa Finfinneetti hojii…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti waggoottan darban tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 55.7 baasan hojjetaman Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti waggoottan darban tajaajila tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 55.7 baasan hojjetaman jedhe Bulchiinsi magaalichaa.…
Ispoortii Waancaa Addunyaan morkiin har’a Poorchugaal DR Koongoo waliin taasiftu ni eegama Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaan morkiin har’a Poorchugaal, DR Koongoo, Ingilaandii ammoo Kirooshiyaa waliin taasisan ni eegamu. Galgala sa’aatii 2:00…