Weellisaa Sammaanyi Balaw addunyaa kanarraa du’aan boqote
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC)- Weellisaa Sammaanyi Balaw dhibee isa mudateen yaalamaa turuun guyyaa har’aa addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.
Weellisaa Sammaanyi Balaw hojiiwwan…