Oduu biyya keessaa Ashaaraan magariisaa tokkummaa lammiilee mirkaneessa Sifen Megersa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) –Hooggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneetti biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo magaalaa Finfinneetti dhaaban. Duula…
Oduu biyya keessaa Ijoollee keenyaaf hojjechaa jirra – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Ijoollee keenyaaf hojjechaa jirra, abdii dhaabna, Itiyoophiyaa uwwisna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Sagantaan dhaabbii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Asallaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Magaalaa Asallaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira. Duula kanarratti kutaaleen hawaasaa garaagaraa ganama…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamteetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Naqamtetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira. Duula Kanaan biqiltuun kumni 61 fi 984 ni…
Oduu biyya keessaa Dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa See’uul, Kooriyaa Kibbaatti Yonatan Birhanu Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC) - Dippiloomaatonni fi hojjettoonni Imbaasii Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaa keessatti argamuu, lammiilee Kooriyaa Kibbaa waliin ta'uun sagantaa dhaabbii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aggaarootti sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira Yonatan Birhanu Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaa, Magaalaa Aggaarootti sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira. Sagantaan guutuu biyyaatti guyyaa tokkotti…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaaf carraa guddaa Waliigaltee Biyyaalessaa Waaraa ti – Leetinaal… Yonatan Birhanu Aug 2, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2018 (FMC) - Mariin biyyaalessaa nagaa waaraa fi waliigalteewwan waloo Itiyoophiyaaf carraa guddaa dha jedhan hirmaataan mariichaa Leetinaal Jeneraal Yohaannis…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti qophiin sagantaa dhaabbii biqltuu guyyaa tokkoo cimee itti fufeera Yonatan Birhanu Aug 2, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2018 - Godinaalee Harargee Bahaa, Arsii Lixaa fi Arsiitti dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo boru sadarkaa biyyaalessaatti geggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumuramuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti guyyaa tokkoon biqiltuu kuma 800 ol dhaabuuf qophiin xumurame Yonatan Birhanu Aug 2, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti guyyaa tokkoon biqiltuu kuma 800 ol dhaabuuf qophiin barbaachisu xumurameera jedhe Abbaan Taayitaa Naannoo, Bosonaa…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa Eegumsa Sululaa Cimsuun Nageenya Hidhawwanii fi Maddawwan Bishaanii Guddisaa… Yonatan Birhanu Aug 2, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2018 (FMC) – Ashaaraan magariisaa eegumsa sululaa cimsuun nageenya hidhawwanii fi Maddawwan bishaanichaa guddisaa jira jedhan Ministirri Bishaanii fi Inerjii D00ktar…