Idil Addunyaa Balaa lolaa Neeppaal lubbuu namoota 177 galaafate Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Neeppaalitti balaan lolaa mudate lubbuu namoota 177 yoo galaafatu namoonni 800 ol ammoo achi buuteen isaanii hin beekamne. Balaa lolaa cimaa naannawaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Uummattootaa 21ffaa milkaa’inaan kabajuuf qindoominaan hojjetamaa… Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Guyyaan Sabootaa, Sablammootaafi Uummattootaa 21ffaan milkaa’inaan akka kabajamuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde…
Oduu biyya keessaa Imala ce’umsa Diinagdee Magariisaa Itiyoophiyaa Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Jijjiiramni qabeenya qilleensaa addunyaa yeroo ammaa biyyoota hedduu qoraa kan jirudha. Akka qorannoowwan Paanaaliin Jijjiirama qabeenya Qilleensaa…
Ispoortii Atileet Yoomiif Qajeelchaa fi Foteen Tasfaay simannaa hoo’aan simataman Yonatan Birhanu Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Dorgommii walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa, magaalaa Bonas Ayresitti gaggeeffameen, atileetota dhiiraa keessaa rikordii addunyaa haaraa kan galmeesse…
Oduu biyya keessaa Humna Nagaa Ardii fi addunyaaf aarsaa kaffalaa jiru Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Humni nagaa eegsisaa Itiyoophiyaa qaama waraanaa nagaa Afrikaa fi addunyaaf gatii guddaa kaffalaa jiruudha Itiyoophiyaan muuxannoo hojii nageenya…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Jimmaa kabaja Ayyaana Guyyaa Saboota, Sablammoota fi Ummattoota Ityoophiyaa 21ffaaf qophii… Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Ayyaanni Guyyaa Saboota, Sablammoota fi Ummattoota Ityoophiyaa 21ffaan Magaalaa Jimmaatti kabajamuuf qophiin duraa haala gahaa fi qindaa’aa ta'een…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni karaa nagaa fi hirmaachisaa ta’een wal dhaggeeffatanuf carraa… Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni karaa nagaa fi hirmaachisaa ta’een wal dhaggeeffatanuf carraa uumeera jedhe Manni Maree Dhaabbilee Hawaasa Siiviilii…
Teeknooloojii Masoob -Tajaajila saffisaa fi bu’a qabeessa ta’eef Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Mootummaan Ida’amuu tajaajilli uummataaf kennamu saffisaa fi bu’a qabeessa akka ta’uuf, teeknooloojii akka meeshaa ijoo tokkootti fayyadamuun jijjiirama…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaa fi IGAD nageenyaa fi tasgabbii naannawichaa irratti tumsa isaanii cimsuuf waliigalan Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Gamtaan Afrikaa fi IGAD, nageenyaa fi tasgabbii naannawichaa mirkaneessuu irratti tumsa isaanii cimsuuf waliigalaniiru. Dura taa’aan Komishinii Gamtaa…
Ispoortii Itiyoophiyaan guyyaa jalqabaa Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa irratti madaaliyaa warqee 4… Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) – Keeniyaan keessummeessaa kan jirtu Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa bara 2026 irratti, guyyaa jalqabaa Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee 4 argatte.…