Misooma manneenii gara filannoowwan ammayyaa fi saffisaatti ceesisuun danda’ameera – Dooktar Rashaad…
Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsa dhaabbatummaa geggeeffameen misooma manneenii gara filannoowwan ammayyaa fi saffisaa ta’aniitti ceesisuun danda’amuu Hoji-raawwachiisaa…