Baankiin Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa Itoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf walii gale
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Baankiin Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa damee ijaarsa bu’uuraalee misoomaa irratti Itoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf walii galeera.…