Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu: Bu’uura bara Olka’iinsaa Itiyoophiyaa
Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan pirojektoota gurguddoo bara olka’iinsaa ishee dhugoomsan hedduu hojjechaa jirti.
Pirojektoota kanneen keessaa Hidha Guddicha Haaromsaa…