Jilli hooggantoota mootummaa olaanoo Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseen durfamu Dubaay gale
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) —Jilli hooggantoota mootummaa olaanoo Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen durfamu yaa'ii idil-addunyaa invastimantii Imereetota Arabaa Gamtoomanii(UAE)…