Itiyoo Telekoom itti-gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahuuf tattaaffii isaa cimsee itti fufa –…
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Itiyoo Telekoom itti-gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahuuf hojiiwwan tola ooltummaa hojjetu cimsee akka itti fufu Hojii Raawwachiistuu Olaantuun…