Ispoortii Darbii Landan 213ffaa si’oominaan eegamu Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 3ffaan taphni darbii Landan Arsenaal Cheelsii keessummeessu akkaan eegama. Taphoota Kilaboota lamaan gidduutti hanga…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Guyyaa Oomishtummaa Abbootiin keenyaa dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa daangaa Itiyoophiyaa eeguun biyya guddoo nu dhaalchisaniiru. Har’as karaa haaraa fi seenaa qabeessa,…
Oduu biyya keessaa Kaartaa, Afrikaa waggoota 500 oliif xiqqeessee agarsiisaa ture Yonatan Birhanu Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Mootummoonni Gamtoomani(UN) waggoota 500 ol booda Afrikaaf bifaa fi bal’ina ishee sirriitti kan ibsu kaartaa haaraa akka qabaattuuf murtee dabarsuun isaa…
Teeknooloojii Itiyoophiya gara Addunyaa Dijitaalaatti… Yonatan Birhanu Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Imalli Itiyoophiyaan gara dijitaalaatti gootu hirmaannaa dinagdee guddisuu, iftoomina cimsuu fi bu’uuraalee misoomaa dijitaalaa uummataa cimaa ijaaruu…
Ispoortii Dorgommii Daayimand Liigii fiigicha gufachiisaa meetira 3,000’n Atileet Gammachuu Godaanaa… Yonatan Birhanu Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Dorgommii Daayimand Liigii Biraaselsitti gaggeeffameen, atileetiin Itiyoophiyaa Gammachuu Godaanaa fiigicha gufachiisaa meetira 3,000 injifateera.…
Oduu biyya keessaa Yeroon Waliigaltee Kireessaa fi Kireeffataa Haaromsuu Hanga Qaammee 5tti Dheerate Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Yeroon xumuraa waliigaltee kireessaa fi kireeffataa haaromsuu hanga Qaammee 5, 2018tti dheerachuu isaa Biiroon Misoomaa fi Bulchiinsa Manneen Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni naannawichaa qajeeltoo fayyadamummaa waloon Itiyoophiyaaf karra galaanaa mijeessuun… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Biyyoonni naannawichaa qajeeltoo fayyadamummaa waloo fi karaa nagaan Itiyoophiyaaf karra galaanaa mijeessuun, jireenya isaanii waloo mirkaneessuu qabu…
Ispoortii Maanchister Siitiin Koveentarii Siitii mo’ate Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Sagantaa taphaa torbee 3ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitiin Koveentarii Siitii 1-0’n injifateera. Tapha galgala sa’aatii 11:00…
Oduu biyya keessaa Boru itti yaadanii dhalootaaf bocuun mallattoo mootummaa Ida’amuu ta’eera – TKM Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) — Boru itti yaadanii dhalootaaf bocuun mallattoo mootummaa Ida’amuu ta'eera jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi ibsa fuula…
Ispoortii Niiwkaasil Yunaayitidii fi Boornimaawuz qixa ba’an Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Tapha torbee 3ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Niiwkaasil Yunaayitidii fi Boornimaawuz galchii 2-2’n walqixa xumuraniiru. Tapha har’a sa’aatii 8:30…