Oduu biyya keessaa Dhaabbata seenaa misooma Mana jireenyaa jijjiiru… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Itiyoophiyaan biyyoota guddinni magaalotaa fi lakkoofsi ummataa saffisaan dabalaa keessaa ishee tokkodha. Dhaabbanni ‘The Global Economy’ jedhamu akka gabaaseetti, Itiyoophiyaan biyyoota…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina damee qonnaa Olka’iinsa Itiyoophiyaa mirkaneesse… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Milkaa’inni Itiyoophiyaan bara baajataa xumurame keessa damee qonnaan galmeessite olka’iinsa biyyattiif agarsiistuudha. Dameen qonnaa bu’uura dinagdee fi jireenya uummata Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii isheen misoomuuf qabdu Ijipti kabajuu qabdi- Tiibor Naaj Ayana Dheressa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018(FMC)- Mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii isheen misoomuuf qabdu Ijipti kabajuu qabdi jedhan Afrikaatti Gargaaraan duraanii Dhimmoota Alaa Ameerikaa Tiibor…
Teeknooloojii Qulqullina Neetworkii fi tajaajilaa guddisuuf ni hojjetama – Fireehiwoot Taammiruu Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin tarsiimoo waggoottan sadan itti aananii keessaa karoora hojii waggaa 2ffaa ifoomseera. Tarsiimichaan lakkoofsa maamiltootaa…
Oduu biyya keessaa Missiraachoo Dooktar Abiy Ahimad… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Lammiileen Itiyoophiyaa hedduun, keessattuu jiraattoonni magaalaa dhimma mana jireenyaa akka rakkoo ijootti kaasu. Rakkoon kun hanqina dhiyeessii manneen jireenyaa akka uumamu taasisuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonna Arfaasaa irraa callaan kuntaalli miiliyoonni 380 ol ni eegama- Biiricha Ayana Dheressa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018( FMC)- Naannoo Oromiyaatti qonna Arfaasaa irraa callaa kuntaala miiliyoona 300 fi miiliyoona 80 fi kuma 600 ol sassaabuuf hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo…
Fayyaa Gochawwan nyaata fayya qabeessa fayyaa dhabsiisaan… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018(FMC) - Yeroo baay'ee dhama nyaataa dabaluu, bifa miidhaksuu fi yeroo dheeraaf tursiisuuf gochawwan godhataman nyaata faayidaa qabu faayidaa dhabsiisuun nyaata…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Diinagdee Saffiisaa, cimaa fi hunda hammataa ta’e ijaaruu itti fufti – Dooktar… Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Diinagdee Saffiisaa, cimaa fi hunda hammataa ta’e ijaaruu itti fufti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebee “Shaampiyoonaa Guddina Daa’imummaa Duraa” jedhamuun beekamtii addunyaa… Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, Inisheetiivii idil-addunyaa “Act For Early Years” jedhamuun beekamtii “Shaampiyoonaa Guddina Daa’imummaa…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni muuxannoo Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa qooddan gara biyyoota Afrikaa adda addaatti… Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Dargaggoonni muuxannoo Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa qooduuf gara biyyoota Afrikaa adda addaatti imaluuf jiru. Itti-aantuun Pireezidaantii…