Badhaadhinni kan dhufu humna, qabeenyaafi beekumsa lammiilee ida’uuni – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018(FMC)- Badhaadhinni dhugaan kan dhufu humna, qabeenyaafi beekumsa lammiilee ida’uun fayyadamuun yoo danda’amedha jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…