Waraqaan eenyummaa diijitaalaa ‘Faayidaa’n wal qixxummaa koorniyaa mirkaneessa- Dooktar Ergoogee…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Waraqaan eenyummaa diijitaalaa ‘Faayidaa’n wal qixxummaa koorniyaa mirkaneessa jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar…