Dooktar Abiy Ahimad jila Taajjabdootaa Gamtaa Afrikaa galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Taajjabdootaa Gamtaa Afrikaa adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa taajjabaa ture galateeffataniiru.…