Oduu biyya keessaa Paaspoortiin Miiliyoonni 1.1 ol kenname Yonatan Birhanu Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebila 5, 2018 (FMC) – Tajaajilli Immigreeshinii fi Lammummaa ji’oota saglan bara baajataa 2018 darban keessa paaspoortiin miiliyoonni 1.1 ol lammiileef kennameera jedhe.…
Idil Addunyaa Ameerikaan dooniiwwan gara ulaa Hormuuz seenanii fi ba’an dhorkuu jalqabde Yonatan Birhanu Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Eebila 5, 2018 (FMC) – Ameerikaan imala galaanarraa gara buufataalee doonii Iraanitti imalamu dhorkuu jalqabuu beeksisteetti. Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi…
Oduu biyya keessaa Boordichi Abbootii Qabeenyaa kuma sadii oliif lafa invastimantii Heektaara kuma 14 ol kennuuf… Yonatan Birhanu Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebla 5, 2018(FMC) - Boordiin Invastimantii Oromiyaa abbootii qabeenyaa haaraa kuma 3 fi 156 kaappitaala birrii biliyoona 49 ol galmeessisaniif lafa invastimantii Heektara kuma 14…
Biiznasii Abbootiin qabeenyaa naannawaa daldala bilisaa keessatti hojjetan gibira galiirraa bilisa akka ta’an… Sifen Megersa Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Abbootii qabeenyaa naannawaa daldala bilisaa keessatti galteewwanii fi oomishaalee dhiyeessurratti bobba’an gibira galiirraa bilisa akka ta’an…
Ispoortii Darbiin Oromiyaa qixaan xumurame Sifen Megersa Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan morkiin kilaboota Oromiyaa lamaan gidduutti gaggeeffame qixaan xumurameera. Taphni har’a…
Idil Addunyaa Iraan doorsisa kamiifiyyuu hin jilbeeffattu – Paarlaamaa biyyattii Sifen Megersa Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi buufataaleen Iraan har’aa eegalanii kan cufaman ta’uu ifoomsaniiru. Mariin nageenyaa fuulaa fuulaa Iraanii fi…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid vs Liidis Yuunaayitiid… Sifen Megersa Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz sagantaa xumuraa torbee 32ffaan har’a Maanchiister Yuunaayitiid Liidis Yuunaayitiid ni keessummeessa. Kilaboonni lamaan…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu. Haaluma kanaan guyyaa sa’aatii 7:00 eegalee Shaggar…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan damee Indaastiriin imala boqonnaa haaraarra jirti. Sifen Megersa Apr 13, 2026 0 Babal’inaa fi bara dandamannaa haaraa Indaastirii Itiyoophiyaa ilaalchisee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad EBC waliin turtii taasisaniiru. Gaaffii fi deebiin isaanii…
Ispoortii Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 6tti hir’ise Yonatan Birhanu Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebla 4, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan Maanchister Siitiin Cheelsii 3-0'n injifateera. Dirree Istaamfoordi Biriij irratti galgala…